Ungefähr Walaloo Tawaahidoo
App'n kun walaloo tawaahidoo afaan oromoo ta'aan 150 ol kan of keessaa qabu yeroo ta'u, namni kam iyyuu bifa salphaan bakka jiruutti play store irraa buufachuun itti fayyadamuu ni danda'a. Walaloo kunis F/taa D/n Koo'eel Shewaan kan qindaa'eef walitti qabamee yeroo ta'u, yaada waa'ee walaloo kanannis ta'ee gaaffi waa'ee amantiin kan wal qabatuu hundaaf deebii yoo barbaadanis kallattin lakkoofsa bilbilaa +2519412 20ratti bilbiluu gaafachuu ni dandeessu.
Vielen Dank!
Vielen Dank!
Ausklappen