Ungefähr Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo’oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.
Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
Ausklappen